Free Web Site - Free Web Space and Site Hosting - Web Hosting - Internet Store and Ecommerce Solution Provider - High Speed Internet
Search the Web
Home Page | About Page | Photo Page | What's New Page | Contact Page | Favorite Links | Slide Show
Fuula Footoo

Iddoo Kanatti Footoolee Adda Addaa, Keeysaahuu Ta Hawaasaa, Arkatan

Footooleen asitti arkitan tun ta yaroo adda addaati kaafamtee. Irra heduun isii kan agarsiiftu:

1. Yaroo hawaasni Oromoo Kolambas, Ohaayoo, bashananaaf bahan;

2. Yaroo Hawaasni walgahii godhatuu; fii

3. Yaroo Hahaasni hawaasota biroo kan Kolambas jiraatan wajii "festivaala" yoguu godhani

"Festivaala": hawaasota magaala Kolambas wajjji

Walgahii Hawaasaarraa cin tokko

Halgahii Hawaasaarraa cin tokko

Agarsiisa Aadaa Oromoo

Iddoo Bashannanaatti Hawaasni foon Yoguu Waadatu

Gaadisa Iddoo Bashannanaa Jallatti

Hawaasota Biroo Alaaba Oromiyaa tan ABO yoguu garsiisan

Gaadisa Iddoo Bashannanaa Jallati

Haawwan Oromoo Gaadisa bashannanaa Jallati

Gaaddisa Iddoo Bashannanaa

Kallachaa fii Lubaa

Wagahiirraa Haga Tokko

Iddoo Bashannanaarra cin tokko

Agarsiisa Meshaa Aadaa

Haawwan Hucuu Aadaa Ufatanii

Foon waaddii Iddoo Bashannanaa

Foon Waaddii Ynaachuu

Agarsiisa Meeshaa Aadaa

Murna Foon Waadu

Lubaa fii Aa'ishaa

Dubree Oromoo: Oktoobar Ahmed

Meeshaa Aadaa fii Uffata Aadaa

Meeshaa Aadaa fii Uffata Aadaa

Meeshaa Aadaa fii Uffata Aadaa

Guyyaa Eeyba Kallacha Odaa

Image

Image

Image

Image

Image